Godambaa (original) (raw)
Shōsō-in Jaappaan Nara keessatti argamu gamoo godambaa Jaappaan keessaa isa durii dha.
Godambaan gamoo ummataaf banaa ta’eedha. Dhaabbata wantootni itti walitti qabamanii ergasii namootatti agarsiifamanidha.
Jechi, godambaa, jedhu jecha afaan oromoo lama irraa dhufe innis godaa fi hambaa.
Godambaa tokko hambaa qabatamaa fi hambaa hin qabamne dhala namaa fi naannoo ni argata, ni kunuunsa , qorata, ni qunnama, ni agarsiisa .
Muuziyeemonni kan jiran kaayyoo barnootaa, qo’annoo fi gammachuudhaaf.
Muuziyeemonni tokko tokko wantoota daawwattoonni hojjechuu dandaʼan qabu. Fakkeenyaaf, ecomuseums ni jiru.
Godambaa waa’ee wantoota adda addaa kan akka aartii, seenaa biyyaalessaa, seenaa uumamaa, ykn saayinsii ta’uu danda’u. Namoonni yeroo tokko tokko barachuuf, ykn salphaatti bashannanuuf gara Godambaa deemu.
Godambaa bineensota lubbuu qaban qaban zoo jedhamu .
Laanaarkii haaraa hamba addunyaa UNESCOkanKibba Laanaarkshaayer, .IskootilaandiIn keessattuudha
Albuudni Meetii Iwaami GinzaanHambaalee Addunyaa ta'ee fi JaappaanPreefekcharii ShimaneeIn keessattuudha
Mushitec jedhamuun beekamaFukushima keessatti waa'ee ilbiisota
_Cutty Sark jedhamuun beekama_kan magaalaa Landan, Ingilizii keessatti