Adooleessa - Wiktionary (original) (raw)
Afaan Oromoo
- Ji'a torbaffaa waggaa akka dhahaa giregooriyanitti.
Itoophiyaan ji'a Adooleessa bara 2012 keessa biqiltuu miliyoona 200 ol dhaabde.
ji'a, waggaa, dhahaa, baatii, Ammajjii, Guraandhala, Bitootessa, Ebla, Caamsaa, Waxabajjii, Hagayya, Fulbaana, Onkololeessa, Sadaasa, Muddee
Hiika Afaanota Biroon
Adooleessa.
| Afaan Ayeslandii: júlí m [1] Afaan Faransaay: juillet m [1] |
Afaan Galego: xullo m [1] Afaan Ingiliffaa: July [1] Afaan Porchugaal : julho m [1] Afaan Ispeen: julio m [1] |
|---|